Lakkoofsi Hayyootaa Ajaibsiise lakkoofsa 7 dha!Innis Ogummaa Rabbiiti (Rabbiin Qulqullaawee ol-tahe!)#Samiin 7Lakkoofsi ardiilee addunyaa 7 dhaLakkoofsi takbiiraa Iida lamaanii 7Guyyoonni torbanii 7Xawaafni naannoo Kaabaa 7Aayaatni(keeyyatni) Suuratu Al-Fatihaa 7Fiigichi Safaa fi Marwa gidduu 7Warri #Rabbiin guyyaa qiyaamaa gaaddisa godhuuf 7Balbaloonni ibiddaa 7Baay’ina galaanaa 7Laayiyeroota Lafaa 7Ajaa’iba addunyaa 7Ijoolleen Umurii waggaa 7tti salaatutti ajajamu. Albuudota lafaa gurguddoo 7Gosoonni urjiilee bu’uuraa 7 dhaSadarkaan orbitaalaa elektiroonii 7 dhaRaadiyeeshinii ifa hin mul’anne 7Lakkoofsi jechoota shahaadaa 7 ta’uu hubattee?Atiis kan hafan itti dabaluu dandeessa…

Leave a Comment